Posts

Lola Bar Khurnee 1875-85 (Khutaa 1ffaa): Cabiinsa Mootummaa Khedive Ismaa'il Oromiyaa Bahaatti

Image
Dhuma bara 1875 kheeysatti bulchaan biyya Misraa, Khedive Ismaa’il Baashaan, mootummaa isaa gaanfaa Aafrikaa keeysatti gad dhaabuuf magaalaa Harar (ykn Adaree biyyoo) dhunfachuu karoorfate. Baatii Fulbaana kheeysatti waraana isaa kan Jeneraal Raa’uf Baashaadhaan hoogganamu, bahara Zeeylaa tiin seensisee gara Biyyoo Adareetti bobbaase. Zeeylaa fi Harar idduu fageenya amna guyyaa 10tu jira (guyyaa 8 gammoojjii Issa kheeysaa dabartee, guyyaa 2 biyya Noolee kheeysa deemaa oolta). Oromoon Afran Qalloo kan sirna Raabaa Doorii jalatti if bulchaa turan waraana Misraa ifirraa deebisuudhaaf qophii turan. Magaalaan Harar walakkaa biyya Afran Qallootti waan argamtuuf, humni guddaan kan waraana Misraa dura dhaabbatu waraana Afran Qalloo akka tahe qajeellootti hubatee ture Baashaan. Haa tahu ammo magaalaan Harar bulchiinsa walabaa kan Amir Muhammad Alii dhaan hoogganamu jala ture. Bulchiinsi Harar sirna Raabaa Doorii jala hin turre. Garuu bulchaan Harar, Amir Muhammad, bifa sadiini sirnich...

Araarsoo's Guest (based on a true story)

Image
By Jilcha Hamid Sunrise brought calm and serenity over the village of Walensu and villagers woke up to the call of the roosters. The farmers washed up for the morning prayer, had breakfast and headed out to their fields for another day of work. It was another day in the village. Well...almost. “Do you have anything in your pockets?” Ararso asked a man laying on the floor mat. “..hin qabu” replied his guest, quietly. “Okay, hold this and come outside. You can't sit here by yourself.” The man reluctantly complied as he was handed a farmers tool. Although he was somewhat suspicious of his host, he had no choice but to comply. After all, he was a guest. As the farmers worked in the fields a column of soldiers entered the village and began questioning people about last night. Their base came under heavy fire and they believed that their attackers may have come from Walensu, or at least passed through the village. It was a common occurrence and the villagers had grown...

Boruuyyee - A quote from a classical poem of Oromo resistance to Ethiopian colonization

"Boruuyyee boruuyyee, boruu abbaa bariisooyyee Galgala abbaa galgalooyyee, galgalli naan dubbatee boruun naan marihatee Roorroo hamtuu agarraan kan Oromoo saba khooti, khiyya garaan hammaatee hadhaa du'aa filatee Mucee Aammad Mucee gaafasuu numa beekhe, garii boolla qoteefi Yaayyaa Ali Siree sa eenyumaa himeefi? Khanniisaan itti duule qabrii hawaash godheefi Foonii moorgaya saanii soora saree godh eefi Wey lafee warseeysaa wanni biraa hin cabsine yoo waliin cabsan malee Isinuma wal wallaalchise waliin isin cabse amma yoo beeytan malee Baarillaan(?) nu foohatte, suukhanni nutti hafte Kha jiruu yaa'uu dhiisii saba khiyya, kha du'eefuu sheenaan nutti hafteee"

Kontrabaandiin rizqii ummataati...

Bar khurnee 1980oota kheeysatti mootummaan Dargii amatatti qarshii miliyoona 75 (75 million birr) exportii oomisha Harargee irraa galii argachuu turan. Haa tahu ammoo galiin san dantaa mootummaatiif malee  ummataaf hujiirra ooluu hin turre. Duuba maaltu diinaggeeyiin ummata jiraachisuu ture? Exportiin mootummaa qarshii ykn birrii miliyoona 75 hoggaa tahu, exportiin kontrabaandii qonnaan bultoonni fi daldaltoonni Oromoo kharaa Soomaalee fi Jabuutiin dalagaa turan walii galatti amatatti qarshii biliyoona 1.7 (1.7 billion birr) ummataaf galchuu ture. Maddi: Kitaaba Dr. Ezekial Gebissa “Khat & Agricultural Transformation in Harerge, Ethiopia 1875-1991”

The History of Bakhar's Leg

The History of Miila Bakhar by journalist/writer Jafer Ali is downloadable now thanks to Calanqo Tube. Miila Bakhar, which translates to "Bakhar's Leg" is the story of the battle of Chelenko fought between the Oromos of Eastern Hararge and  the invading army of the Abyssinian Emperor Minelik. Jafer Ali named the radio play "Bakhar's Leg" in memory of the Raba Dori's army commander Bakhar Waare, who lost his leg in the battle. Bakhar Waare led the Oromo cavalry in battle and lost his leg during the battle and did not realize that his leg was missing until one of his soldiers informed him. Hence the common phrase in Hararge when something goes missing, "achi buute miila bakhar". Audio:  http://goo.gl/p6JhlR

Excerpt from 'The Rock of Gachana' (A biography of Jarra Abba Gada)

Image
By Jilcha Hamid With roughly 15000 troops commanded by Colonel Zeleke Beyene converging on the area of Kharro in Haromaya county, the small group of OLF fighters had now been surrounded and outnumbered. In late 1978, following the end of the Ethio-Somali border war, the attention of the Derg regime and its governor in Harar was now focused on defeating the Oromo rebels which had established themselves in the eastern highland regions. The rebels had been active throughout the Ethio-Somali conflict, attacking both the Somali and Ethiopian armies while steadily building up their strength. The Derg on its part was eager to end the rebellion once and for all and eliminate the shadowy rebel leader, known as “Jarra”. This was their opportunity. Jarra was among the roughly 300 rebels surrounded at Kharro. But inside the rebel camp Jarra's calm demeanor gave away his experience in similar situations. He knew that the Ethiopian army would only fight during the day, so he organized a ...

Walaloo Obbo Usmaayoo Muusaa haadha warraa isaatiif

"Wa’eela too takka Haati maatii waatii Naaf osoo fiigduu tii Dhabde lubbuu siitii Rabbi araaramiif Isii naa rahmatii Haadha abbaa gootee Yatiima kan kootiif Galanni khee hin badin yaa Mootii Hunda fedhiin teetii Galanni khee hin badin yaa Mootii Hunda murtiin teetii"