Kontrabaandiin rizqii ummataati...
Bar khurnee 1980oota kheeysatti mootummaan Dargii amatatti qarshii miliyoona 75 (75 million birr) exportii oomisha Harargee irraa galii argachuu turan. Haa tahu ammoo galiin san dantaa mootummaatiif malee ummataaf hujiirra ooluu hin turre. Duuba maaltu diinaggeeyiin ummata jiraachisuu ture? Exportiin mootummaa qarshii ykn birrii miliyoona 75 hoggaa tahu, exportiin kontrabaandii qonnaan bultoonni fi daldaltoonni Oromoo kharaa Soomaalee fi Jabuutiin dalagaa turan walii galatti amatatti qarshii biliyoona 1.7 (1.7 billion birr) ummataaf galchuu ture.
Maddi: Kitaaba Dr. Ezekial Gebissa “Khat & Agricultural Transformation in Harerge, Ethiopia 1875-1991”
Maddi: Kitaaba Dr. Ezekial Gebissa “Khat & Agricultural Transformation in Harerge, Ethiopia 1875-1991”
Comments
Post a Comment